Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo — ASO

By Robsan Mako on AppTrack Ninja.

Macaafa Qulqulluu Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dub…

Categories: Books, Reference

Keyword visibility, ranked search terms and daily position movement for Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo.

Loading…
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo — ASO | AppTrack Ninja